Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite

  • Post author:
  • Post last modified:February 22, 2024

Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Barreessituu Itti aantuu Dhimmoota Afrikaa kan ta’an Moolii Fii fi…

Continue ReadingAmeerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite

Amnesty International sarbamni mirga namoomaa Itoophiyaa keessaa daangaa darbe jechuun himate.

  • Post author:
  • Post last modified:February 20, 2024

Amnesty International sarbamni mirga namoomaa Itoophiyaa keessaa daangaa darbe jechuun himate. Mootummaan Itoophiyaa labsii yeroo muddamaatti gargaaramuun namoota siyaasaa beekamoo kara nagaan mormii dhageessifataniifi gaazexeessitoota hidhaa jira jedhe dhaabbanni mirga…

Continue ReadingAmnesty International sarbamni mirga namoomaa Itoophiyaa keessaa daangaa darbe jechuun himate.

Warshaa keessaa hojjetee of jiraachisuuf tattaafataa osoo jiru ilma Oromoo tokko Maashiniin daakee lubbuu baasuun gumaan isaa gaafatamuu dhabuu himame.

  • Post author:
  • Post last modified:February 20, 2024

Warshaa keessaa hojjetee of jiraachisuuf tattaafataa osoo jiru ilma Oromoo tokko Maashiniin daakee lubbuu baasuun gumaan isaa gaafatamuu dhabuu himame. Dhiibbaa dinagdee fi rakkoo hojii dhabdummaa isaan mudatu irraa jireenya…

Continue ReadingWarshaa keessaa hojjetee of jiraachisuuf tattaafataa osoo jiru ilma Oromoo tokko Maashiniin daakee lubbuu baasuun gumaan isaa gaafatamuu dhabuu himame.

Waktiin qonnaa osoo hin gahin baatileen kan hafu, qarshii Xaa’oo fidaa jedhamuun qonnaan bultootni hiraarfamaa jira.

  • Post author:
  • Post last modified:February 20, 2024

Waktiin qonnaa osoo hin gahin baatileen kan hafu, qarshii Xaa'oo fidaa jedhamuun qonnaan bultootni hiraarfamaa jira. Waraana biyyattii keessatti karaa adda addaa adeemaa jiruun maddi dinagdee Itoophiyaa laamshawuutti kan jiru…

Continue ReadingWaktiin qonnaa osoo hin gahin baatileen kan hafu, qarshii Xaa’oo fidaa jedhamuun qonnaan bultootni hiraarfamaa jira.