Godina Arsii bahaa aanaa Sirkaa keessatti manneen qonnaan bultoota hedduu abiddaan gubate.

  • Post author:
  • Post last modified:February 3, 2024

Godina Arsii bahaa aanaa Sirkaa keessatti manneen qonnaan bultoota hedduu abiddaan gubate. Manneen hawwaasaa gubachuu, qe'eerraa buqqaa'uun akkuma waggoottan arfan darban Oromiyaa keessaa dhagaa'amaa jirutti itti fufee jiraachuu ammallee gabaasaan…

Continue ReadingGodina Arsii bahaa aanaa Sirkaa keessatti manneen qonnaan bultoota hedduu abiddaan gubate.

Biyya hawwaasni miliyoona 20 ol beelaan dararamaa jiru Itoophiyaan badhaasa dhaabbata nyaataa addunyaarraa argachuun komii kaase.

  • Post author:
  • Post last modified:February 1, 2024

Biyya hawwaasni miliyoona 20 ol beelaan dararamaa jiru Itoophiyaan badhaasa dhaabbata nyaataa addunyaarraa argachuun komii kaase. Sababa waraanaa fi gaaga'ama hongeef kaaniin Itoophiyaa keessatti lammiileen miliyoona shantamatti dhiyaatan balaa guddaaf…

Continue ReadingBiyya hawwaasni miliyoona 20 ol beelaan dararamaa jiru Itoophiyaan badhaasa dhaabbata nyaataa addunyaarraa argachuun komii kaase.

Uggura sochiif geejibaa adeemsifamaa jiru bu’uura godhachuun magaalaa Naqamtee irraa quunnamtiin interneetaa cite.

  • Post author:
  • Post last modified:February 1, 2024

Uggura sochiif geejibaa adeemsifamaa jiru bu'uura godhachuun magaalaa Naqamtee irraa quunnamtiin interneetaa cite. Tajaajilli Internet magaalaa Naqamtee irraa citee jiraachuun himame. Kunis lagannaa gabaa adeemsifamaa jiru sababeeffachuun akka ta'e eerame.…

Continue ReadingUggura sochiif geejibaa adeemsifamaa jiru bu’uura godhachuun magaalaa Naqamtee irraa quunnamtiin interneetaa cite.

Diddaan lagannaa gabaa fi uggurri sochii Oromiyaa keessatti adeemaa jiru hammaachuurraa UN miseensota isaaf ergaa of eeggannoo keessoon laate.

  • Post author:
  • Post last modified:February 1, 2024

Diddaan lagannaa gabaa fi uggurri sochii Oromiyaa keessatti adeemaa jiru hammaachuurraa UN miseensota isaaf ergaa of eeggannoo keessoon laate. Uggurri geejibaa fi lagannaan gabaa hiriira mormii hawwaasaa makate Oromiyaa mara…

Continue ReadingDiddaan lagannaa gabaa fi uggurri sochii Oromiyaa keessatti adeemaa jiru hammaachuurraa UN miseensota isaaf ergaa of eeggannoo keessoon laate.

Namootni meeshaa waraanaa sobaan Shawaa Kaabaa keessatti nama saamaa turan hidhaa cimaa waggaa 25 niin adaman.

  • Post author:
  • Post last modified:January 30, 2024

Namootni meeshaa waraanaa sobaan Shawaa Kaabaa keessatti nama saamaa turan hidhaa cimaa waggaa 25 niin adaman. Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuutti Dargaggoonni meeshaa waraanaa sobaa mukarraa hojjetanii hawaasa sodaachisuun saamaa…

Continue ReadingNamootni meeshaa waraanaa sobaan Shawaa Kaabaa keessatti nama saamaa turan hidhaa cimaa waggaa 25 niin adaman.