Waraanni Bilisummaa Oromoo sochii taasisu Finfinnee fi handaara magaalattii keessatti jabeessuun dhagaa’ame.

  • Post author:
  • Post last modified:February 8, 2024

Waraanni Bilisummaa Oromoo sochii taasisu Finfinnee fi handaara magaalattii keessatti jabeessuun dhagaa'ame. Waraanni Bilisummaa Oromoo sadarkaa itti mootummaan Itoophiyaa TV irraa waa'ee isaa ibsuun baay'ee fagoo akka jiru haallan argaman…

Continue ReadingWaraanni Bilisummaa Oromoo sochii taasisu Finfinnee fi handaara magaalattii keessatti jabeessuun dhagaa’ame.

Haleellaa lammiilee nagaa Oromoo irratti Somaaliyaa keessatti mudateef biyyattiin Alshabaabitti quba qabde.

  • Post author:
  • Post last modified:February 7, 2024

Haleellaa lammiilee nagaa Oromoo irratti Somaaliyaa keessatti mudateef biyyattiin Alshabaabitti quba qabde. Tibbana Somaaliyaa keessatti ilmaan Oromoo ajjeefamuu gabaasaaleen ibsaa jiran. Akka gabaasaaleen himanitti ajjeechaa kanaan lammiileen 7 ajjeefamuun 6…

Continue ReadingHaleellaa lammiilee nagaa Oromoo irratti Somaaliyaa keessatti mudateef biyyattiin Alshabaabitti quba qabde.

Guyyuma MM Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahemad beelaan biyyattii keessaa namni du’e hin jiru jedhanitti, dhaabbanni nyaataa addunyaa beela biyyattii akka yaaddessaa dhufe caqase

  • Post author:
  • Post last modified:February 7, 2024

Guyyuma MM Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahemad beelaan biyyattii keessaa namni du'e hin jiru jedhanitti, dhaabbanni nyaataa addunyaa beela biyyattii akka yaaddessaa dhufe caqase. MM Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahemad tasumaa waa'een…

Continue ReadingGuyyuma MM Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahemad beelaan biyyattii keessaa namni du’e hin jiru jedhanitti, dhaabbanni nyaataa addunyaa beela biyyattii akka yaaddessaa dhufe caqase

Dhimma marii araaraa WBO fi mootummaa Itoophiyaa gidduu irratti MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad deebii kenne.

  • Post author:
  • Post last modified:February 6, 2024

Dhimma marii araaraa WBO fi mootummaa Itoophiyaa gidduu irratti MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad deebii kenne. Walga'ii mana maree bakka bu'oota uummataa ta'amaa jiru irratti rakkoon nageenya Oromiyaa keessaa furmaata dhabuun…

Continue ReadingDhimma marii araaraa WBO fi mootummaa Itoophiyaa gidduu irratti MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad deebii kenne.