Lixa Oromiyaa bakkeewwan hedduu keessatti namooti nagaa ajjeefamaa jiraachuu manneen hawwaasaas gubachuu maddeen odeeffannoo eeraa jiru.

  • Post author:
  • Post last modified:February 9, 2024

Lixa Oromiyaa bakkeewwan hedduu keessatti namooti nagaa ajjeefamaa jiraachuu manneen hawwaasaas gubachuu maddeen odeeffannoo eeraa jiru. Lixa Oromiyaa bakkeewwan Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii, lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa fi…

Continue ReadingLixa Oromiyaa bakkeewwan hedduu keessatti namooti nagaa ajjeefamaa jiraachuu manneen hawwaasaas gubachuu maddeen odeeffannoo eeraa jiru.

Baayyinaan ilmaan Oromoo keessatti kan argaman lammiilee Itoophiyaa hedduun mana hidhaa Sa’uud Arabiyaa keessatti dararaa argaa jiraachuun caqafame.

  • Post author:
  • Post last modified:February 9, 2024

Baayyinaan ilmaan Oromoo keessatti kan argaman lammiilee Itoophiyaa hedduun mana hidhaa Sa'uud Arabiyaa keessatti dararaa argaa jiraachuun caqafame. Haalli nageenya Oromiyaa keessaa hunkuramuu irraa kan ka'e yeroo hedduuf lammiileen Oromoo…

Continue ReadingBaayyinaan ilmaan Oromoo keessatti kan argaman lammiilee Itoophiyaa hedduun mana hidhaa Sa’uud Arabiyaa keessatti dararaa argaa jiraachuun caqafame.

Waldaan Hakiimota Oromiyaa bakkeewwan waaraanni gaggeeffamaa jirutti manneen eegumsa fayyaa mancaafamuun wal qabatee hawwaasni rakkoo guddaaf saaxilamuu eere.

  • Post author:
  • Post last modified:February 9, 2024

Waldaan Hakiimota Oromiyaa bakkeewwan waaraanni gaggeeffamaa jirutti manneen eegumsa fayyaa mancaafamuun wal qabatee hawwaasni rakkoo guddaaf saaxilamuu eere. Oromiyaa Naannoowwan Waraanni keessa jirutti dhaabbileen fayyaa dhabamuun, tajaajila qulqulluu kennuu dhabuufi…

Continue ReadingWaldaan Hakiimota Oromiyaa bakkeewwan waaraanni gaggeeffamaa jirutti manneen eegumsa fayyaa mancaafamuun wal qabatee hawwaasni rakkoo guddaaf saaxilamuu eere.

Mootummaan Itiyoophiyaa aangaa’ota isaa olaanaa bakkaa kaasuun kaaniif ammoo muudama laate.

  • Post author:
  • Post last modified:February 8, 2024

Mootummaan Itiyoophiyaa aangaa'ota isaa olaanaa bakkaa kaasuun kaaniif ammoo muudama laate. Yeroo Itoophiyaan muddama siyaasaa, dinagdee, waraanaa fi goolama siyaasa ollaa keessa jirtutti biyyattii keessatti qondaalota olaanoo bakkaa kaasuun kaaniif…

Continue ReadingMootummaan Itiyoophiyaa aangaa’ota isaa olaanaa bakkaa kaasuun kaaniif ammoo muudama laate.

Sochii dimokiraasii babal’achuu ibsuuf ABO’n nagaan biyyatti galee sochii taasisaa jira jechuun kan MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad Paarlaamaa irratti dubbate ABO’n cimsee balaaleffate.

  • Post author:
  • Post last modified:February 8, 2024

Sochii dimokiraasii babal'achuu ibsuuf ABO'n nagaan biyyatti galee sochii taasisaa jira jechuun kan MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad Paarlaamaa irratti dubbate ABO'n cimsee balaaleffate. Addi Bilisummaa Oromoo haasaa muummichi ministeeraa Itoophiyaa…

Continue ReadingSochii dimokiraasii babal’achuu ibsuuf ABO’n nagaan biyyatti galee sochii taasisaa jira jechuun kan MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad Paarlaamaa irratti dubbate ABO’n cimsee balaaleffate.

Mariin araaraa mootummaa fi WBO gidduu adeemsifamu akka itti fufu dhaabbileen hawwaasaa gaafatan.

  • Post author:
  • Post last modified:February 8, 2024

Mariin araaraa mootummaa fi WBO gidduu adeemsifamu akka itti fufu dhaabbileen hawwaasaa gaafatan. Miidiyaa hawwaasaa dabalatee akkasuma waltajjiin adda addaa qophaa'uun tibbana waa'een marii araaraa marsaa 3ffaa mootummaa Itoophiyaa fi…

Continue ReadingMariin araaraa mootummaa fi WBO gidduu adeemsifamu akka itti fufu dhaabbileen hawwaasaa gaafatan.